Jijjiiramtoota gargaaramuu

Kanneen arman gadii tajaajila bu`uri jijjiiramootaa bu`uura LibreOffice keessatti qaban ibsu.

Seera maqaa kannuu addiroota jijjiiramootaaf

Maqaan jijjiramaa olaantee fakkaattoota 225 irraa kan ijaarame dha. Maqaa fakkaattoo jijjiiramaa inni duraa dirqama qubee A-Z yookiin a-z ta`uu qaba. Akasumas lakkoofsotni maqaa jijjiiramaa keessatti ni garagaaru,garuu mallattoota tuqoolii fi fakkaattotni addaa hin hayyamamani, fakkaattoota Mmurgadii("_") quxaaloota irraa kan hafe. Bu`uuraLibreOffice keessatti addirootni jijjiiramaa dubbee miiraa miti. maqoonni jijjiiramaa iddoo ofkeessaatti ni qabatu garuu hojechuuf golbee arfakkuu keessatti hammatamu qabu.

Fakkeenyota addiroota jijjiiramootaaf:


    MyNumber=5      'Correct'
    MyNumber5=15    'Correct'
    MyNumber_5=20   'Correct'
    My Number=20    'Not valid, variable with space must be enclosed in square brackets'
    [My Number]=12  'Correct'
    DĂ©jĂ Vu=25       'Not valid, special characters are not allowed'
    5MyNumber=12    'Not valid, variable may not begin with a number'
    Number,Mine=12  'Not valid, punctuation marks are not allowed'

Ibsa jijjiiramootaa

Bu`uura LibreOffice keessatti jijjiiramaa duwwaa ibsuun nurraa hin eegamu. Ibsi jijjiirama hima Dim waliin hojjetama. Maqaalee qoodduudhaan addaan baasuun jijjiiramaa tokkoo ol altakkaatti ibsuu ni danda`ama.akaakuu jijjiiramaa hiikuuf, maqaa, yookiin jefuraa sirrii booda mallattoo ibsa akaakuu gargaarami.

Fakkeenyota ibsa jijjiiramaatiif:


    Dim a$               'Declares the variable "a" as a String'
    Dim a As String      'Declares the variable "a" as a String'
    Dim a$, b As Integer 'Declares one variable as a String and one as an Integer'
    Dim c As Boolean     'Declares c as a Boolean variable that can be TRUE or FALSE'
warning

Jijjiiramaa takkaa akka akaakuu tokkootti ergaa ibsitee booda, jijjiiramaa kana dabalataan maqaa walfakkaataa jalatti akka akaakuu adda addaatti hiikuun hin danda`amu.


When you declare multiple variables in a single line of code you need to specify the type of each variable. If the type of a variable is not explicitly specified, then Basic will assume that the variable is of the Variant type.


  ' Both variables "a" and "b" are of the Integer type
  Dim a As Integer, b As Integer
  ' Variable "c" is a Variant and "d" is an Integer
  Dim c, d As Integer
  ' A variable can also be explicitly declared as a Variant
  Dim e As Variant, f As Double
note

The Variant type is a special data type that can store any kind of value. To learn more, refer to the section The Variant type below.


Ibsa jijjiiramaa dhiibuu

Ibsa jijjiiramaawwan dhiibuuf, ajajaja armaan gadii gargaarami:


Option Explicit

Himni Option Explicit SUB jalqabaa dura, mojuulii keessatti sarara jalqabaa ta`uu qaba. Waliigalaati, waraantoolee qofaatu ibsamuu qaba. Jijjiiramaawwan biraan hundi akkaataa akaakuu ibsa arfiitti ibsamu, yookiin yoo akka akaakuu qeenxee durtiitti ibsamu..

Akaakuuwwan jijjiirama

Bu`uuri LibreOffice kutaalee jijjiiramaawwanii afur deggara:

Jijjiiramaawwan Intergaa

Jijjiiramaawwan intergaa dheeraa -32768 hanga 32767tti ni hangaa`u. Osoo gatii tuqaa bololi`u jijjiiramaa intergaa dheerraa ramadne, bakkootni kurnyee gara intergaa itti aanuutti ni siiqu. Jijjiiramaawwan intergaa dheeraan adeemsa keessa ariitiin ni hediisamu akasumas lakkaawwiidhaaf ni mijatu. Jijjiiramaa intergaa dheeraan baayitiisi kuufannoo lama ni barbaadu. "&"n arfii ibsa akaakuuti.


Dim Variable%
Dim Variable As Integer

Jijjiiramaawwan Intergaa dheeraa

Jijjiiramaawwan intergaa dheeraa -2147483648 hanga 2147483647tti ni hangaa`u.Osoo gatii tuqaa bololi`u jijjiiramaa intergaa dheerraa ramadne, bakkootni kurnyee gara intergaa itti aanuutti ni siiqu. Jijjiiramaawwan intergaa dheeraan adeemsa keessa ariitiin ni hediisamu akasumas lakkaawwiidhaaf ni mijatu. Jijjiiramaa intergaa dheeraan baayitiisi kuufannoo afur ni barbaadu. "&"n arfii ibsaa akaakuuti.


Dim Variable&
Dim Variable As Long

Jijjiiramaa kurnyee

Jijjiiramaawwan kurnyee lakkoofsata poozatiivii yookiin Negeetivii yookiin zeeroo fudhachuu ni danda`u.gigiitonni sirrinaa hanga 29ti dha.

Mallattoota idaatii (+) yookiin hir`isuu (-) lakkoofsota kurnyeef (bakkoota wajjin yookiin bakkota malee) akka dureetti gargaaramuun ni danda`ama.

Lakkoofsi kurnyee osoo gara jijjiiramaa intergaatti ramadame, bu`uuri LibreOffice fakkii ol yookiin gadi ni buta.

Jijjiiramaawwan baaxxee

Single variables can take positive or negative values ranging from 3.402823 x 10E38 to 1.401298 x 10E-45. Single variables are floating-point variables, in which the decimal precision decreases as the non-decimal part of the number increases. Single variables are suitable for mathematical calculations of average precision. Calculations require more time than for Integer variables, but are faster than calculations with Double variables. A Single variable requires 4 bytes of memory. The type-declaration character is "!".


Dim Variable!
Dim Variable As Single

Double Variables

Double variables can take positive or negative values ranging from 1.79769313486232 x 10E308 to 4.94065645841247 x 10E-324. Double variables are floating-point variables, in which the decimal precision decreases as the non-decimal part of the number increases. Double variables are suitable for precise calculations. Calculations require more time than for Single variables. A Double variable requires 8 bytes of memory. The type-declaration character is "#".


Dim Variable#
Dim Variable As Double

Jijjiiramaawwan sharafa

Jijjiiiramaawwan sharafaa akka lakkoofsota biiti 64ti (8 Bytes) ni kuufamu akasumas akka lakkoofsa kurnyee dhaabbataa kurnyee hin taane 15 wajjintii fi bakkoota kurnyee 4tti agarsiisamu. Gatiiwwan -922337203685477.5808 hanga +922337203685477.5807t ni hangaa`u.Jijjiiramaawwan sharafaa gattiiwwan sharafaa sirreefama guddaa wajjin hediisuuf gargaara. Arfii ibsa akaakuu "@" dha.


Dim Variable@
Dim Variable As Currency

Literals for integers

Numbers can be encoded using octal and hexadecimal forms.


  xi = &o13 '    8 + 3
  ci = &h65 ' 6*16 + 5
  MAX_Integer =  &o77777 '  32767 = &h7FFF
  MIN_Integer = &o100000 ' -32768 = &h8000
  MAX_Long = &h7fffffff '  2147483647 = &o17777777777
  MIN_Long = &h80000000 ' -2147483648 = &o20000000000

Jijjiiramaawwan diraa

String variables can hold character strings with up to 2,147,483,648 characters. Each character is stored as the corresponding Unicode value. String variables are suitable for word processing within programs and for temporary storage of any non-printable character up to a maximum length of 2 Gbytes. The memory required for storing string variables depends on the number of characters in the variable. The type-declaration character is "$".

tip

In BASIC String functions, the first character of the string has index 1.



Dim Variable$
Dim Variable As String

Jijjiiramaawwan buuliyaanii

Jijjiiramaawwan buuliyaanii gatiiwwan: TRUE yookiin FALSE keessaa tokko kuusa. lakkofsi 0n FALSE madaala, gatiin kan biraan hundi TRUE madaalu.


Dim Variable As Boolean

Jijjiiramaawwan guyyaa

Jijjiiramaawwan guyyaa gatiiwwan guyyootaa fi sa`atii dhangii keessatti kuufaman qabata.Gatiiwwan jijjiiramaawwan guyyaatti Dateserial, Datevalue, Timeserial yookiin Timevalue wajjin ramadaman dhangii keessatti ofumaan ni jijjiramu. Jijjiiramaawwan-guyyaa lakkoofsota jumootti faankishinii Guyyaa, Ji`aa, Waggaa yookiin Sa`atii, Daqiiqaa, sekoondii gargaaramuudhaan ni jijjiiramu. Dhangiin kessaa gatiiwwan addaddummaa guyyaa/sa`atii lamaan gidduu jiru addaan baasuun walmadaalsisuuf dandeesisa.Jijjiiramaawwan kunis jefuraa Guyyaa tiin ibsamu..


Dim Variable As Date

Literals for Dates

Date literals allow to specify unambiguous date variables that are independent from the current language. Literals are enclosed between hash signs #. Possible formats are:


  start_date = #12/30/1899# ' = 1
  dob = #2010-09-28#

The Variant type

Variables declared as Variant can handle any data type. This means that the actual data type is defined during runtime as a value is assigned to the variable.

There are three main ways to create a Variant variable, as shown below:


  Dim varA            ' The type is not specified, hence the variable is a Variant
  Dim varB as Variant ' The variable is explicitly declared as a Variant
  varC = "abc"        ' Previously undeclared variables are treated as Variants

The example below uses the TypeName function to show how the type of a Variant variable changes upon assignment.


  Dim myVar As Variant
  MsgBox TypeName(myVar) ' Empty
  myVar = "Hello!"
  MsgBox TypeName(myVar) ' String
  myVar = 10
  MsgBox TypeName(myVar) ' Integer
note

A Variant variable is initialized with the Empty special data type. You can use the IsEmpty function to test if a variable is an Empty Variant.


You can also use the keyword Any to declare a variable as a Variant. However, Any is deprecated and is available for backward compatibility.

warning

Arguments with type Variant or Any passed in function calls are not checked for their types.



  Dim myVar As Any ' Variable "myVar" is a Variant

Gatiiwwan jijjiiramaa qubduraa

Jijjiiramaan akkuma ibsameen, ofumaan gatii "Null" ni ta`a.Jijjiiraawwan armaan gadii ilaali:

Jijjiiramaawwan lakkoofsaa akkuma ibsamaniin gara gatii "0"tti ni ramadamu.

Jijjiiramaawwan guyyaa gatii 0 ofkeessaatti ramada; akasumas gatii "0" fankishinii Guyyaa, Ji`a, Waggaa yookiin Sa`atii, Daqiiqaa, sekoondii wajjin ni jijjiiru.

Jijjiiramaawwan diraa yommuu ibsaman diraa-qullaaa ("") ni ramadu.

Waraantoolee

Bu`uuri LibreOffice waraantoolee fuul-tokko yookiin fuul-baay`ee, akaakuu jijjiiramaa ifteessamanii ni beeka. Waraantooleen gulaalii tarreeewwannii fi gabateewwan sagantaalee keessaatiif mijaa`oodha.Tokko tokkoon maalimoota waraanta kasaa lakkoofsaa keessaan ni qajeelchamu.

Waraantooleen dirqamat hima Golgolii wajjin ibsamu.Hangii kasaa warantoo ibsuuf tooftaaleen baay`een ni jiru.


    Dim Text$(20)       '21 elements numbered from 0 to 20'
    Dim Text$(5,4)      '30 elements (a matrix of 6 x 5 elements)'
    Dim Text$(5 To 25)  '21 elements numbered from 5 to 25'
    Dim Text$(-15 To 5) '21 elements (including 0), numbered from -15 to 5'

hangiin kasaa lakkoofsota poozatiivii akasumas negeetiivii qabaachuu ni danda`a.

dhaabbatoota

dhaabbattootni gatii dhaabbataa qabu. Isaan kunis sagantaa keessatti takkaa iddoo ibsamee booda dabalataan ibsuun hin danda`amu:


Const ConstName=Expression

Please support us!