LibreOffice 25.2 Help
Opens the Macro dialog, where you can create, edit, organize, and run LibreOffice Basic macros.
Displays the name of the selected macro. To create or to change the name of a macro, enter a name here.
Iddoo maakroota banuu yk olkaa'uu dandeesutti mana kitaabootaaf Muroota tarreessa.Galmee addaan maakroo olkaa'uuf. galmicha bani, kana booda qaqaa kana bani.
Runs or saves the current macro.
Opens the Customize dialog, where you can assign the selected macro to a menu command, a toolbar, or an event.
Starts the LibreOffice Basic editor and opens the selected macro for editing.
Creates a new macro, or deletes the selected macro.
Maakroo haaraa uumuuf, tarree Maakroo keessa muraa "Durtii" fili, kana booda Haaraa irra cuqaasi.
Maakroo haquuf, dura fili, kana booda Haqi irra cuqaasi.
Qaqaa Qindeessaa Maakroo muraa maakroo jirruu ,qaqoota, akkasumas mana kitaaboota iddoo itti ida'atuu, gulaaltuu sibana.
Maakroo jireessaa fi qaaqawwan tarreessa.
Mana kitaabaa giddutti muraa yk qaqaa harkistee kaa'uu nidandeesa.
Muraa yookin qaqaa garagalchuuf, harkistee kaa'aa furtuu
gad-dhiibi.Maakroo filataman yookiin qaaqa gulaalliif bana.
Muraa haaraa uuma.
Creates a new dialog.
Lets you manage the macro libraries.
Iddoo mana kitaabootaa of keessaa qabuu qindeesuu barbaadu fili.
Iddoo filaatame keessaatti mana kitaabootaa tarreesa.
Gulaalaa LibreOffice Basic bana kanaaf manbarruu filatame fooyyeessu dandeessa.
Mana kitaabaa filaatameefiggitaa ramada yk gulaala.Mani kitaabaa "Durtii" iggitaa qabaachuu hindanda'u.
Manbarruu haaraa uuma.
Muraaf, qaqaaf, yk mana kitaabaaf maqaa haaraa galchi.
Locate that LibreOffice Basic library that you want to add to the current list, and then click Open.