LibreOffice 25.2 Help
Qaaqa isa ati uumtee, foddaa LibreOffice BASIC keessaatiif, gulaalaa qaaqaa isa Muraa qaaqichi itti ramadame caancalaa maqaa cuqaasuun dhiisi. Caancalii maqaa gara foddaa jalatti argama.
Sagantaa xiqqaa QaaqaAgarsiisi jedhamuuf lakkadda armaan gadii saagi. Fakkeenya kana keessatti, maqaan qaaqa kan ati uumte "qaaqa1" dha:
Sub Dialog1Show
With GlobalScope.BasicLibraries
If Not .IsLibraryLoaded("Tools") Then .LoadLibrary("Tools")
End With
oDialog1 = Tools.ModuleControls.LoadDialog("Standard", "Dialog1")
oDialog1.Execute()
End Sub
"LoadDialog" osoo hinfayyadamin akka armaan gadiitti lakkadda waamuu nidandeessa:
Sub Dialog1Show
DialogLibraries.LoadLibrary("Standard")
oDialog1 = CreateUnoDialog( DialogLibraries.Standard.Dialog1 )
oDialog1.Execute()
End Sub
Yammuu lakkadda kana raawwatuu, "Qaaqa1" banama. Qaaqicha cufuudhaaf, kabala mataduree isaa irraa (x) qabduu cufi cuqaasi.