LibreOffice 7.5 Help
Qaaqa keetti too'annoota ida'uuf, meeshaalee Sanduuqa-meeshaa kan gulaalaa qaaqa BASIC fayyadami.
Sanduuqa-meeshaa banuuf, xiyya sajoo Too'annoota Saagi itti aanan jiran kamshaa Maakroo irraa cuqaasi.
Meeshaa kamshicha irraa, fakkeenyaaf, Qabduu cuqaasi.
Qaaqicha irra, qabduucha hamma hamamtaa barbaadduutti haarkisi.