Ajajoota Impress LibreOffice fayyadamuuf fayyadan

From LibreOffice Help
Jump to: navigation, search

Waliigala LibreOfficetiif fuula gargaarsaa irratti ajajoota muraalee hunda irratti kan tahu, kan akka foddootaa fi baaffattota, maamila LibreOffice, maddoota deetaa, galmaayaa faayataa fi Harkisuu fi kaa'uu argachuu dandeessa.

Muraalee biroo wajjin gargaarsa yoo barbaadde, muraalee sanaaf sanduuqa makaa naannoo naanna'insaa keessaa wajjin gargaarsaaf bancufi.

Pirezanteshini Mul'isu fi Maxxansu

Agarsiisa Islaayidii Mul'suu

Tartiiba islaaidii jijjiiru

Cehumsoota Islaayidii Fakkeessu

Guttinsa Duubee Islaayidii Jijjiruu

agarsiisa islaayidii maamiloo uumuu

Gabatee Cuqqoodhaan Guddisuu

Yeroo jijjiirraa islaayidiitiif kename

Deetaa xinnaateen saffisaan maxxansuu

Wanatoota Fakkeeffamani fi wantoota 3D

Sochii fakkasaa kee duraa agareesisuu dandeessaa

Calqqeewwan sochii fakkeefaman GIF uumu

Sochiiwwan Fakkinaa Dhangii GLF keessatti alerguu

Wantoota Jala Sararaman

wantoota G-3 gara Qonyootti, rogabaay'eetti fi wantoota G-3tti jijjiiruu

Alaaguu fi Alerguu

Fuuloota HTML gara pirezenteshiinootaatti saaguu

Dhangii HTML keessatti pirezanteeshiini olkaa'u

Halluu, Gargartoo fi tarreewwan hatchingii Fe'uu.

Halatoota sararaa fi xiyyaa fe'u

Maxxansa Dhiyeessa

Hamamtaa waraqaa waliin walsimsiisuuf islaayidii maxxansu

Galmeewwan dhangiiwwan birootiin ol kaa'aman banuu

Galmeewwan Dhangiiwwan birootiin Ol kaa'uu

Wal makaa

Impress $ (office name) keessatti furtuulee qaxxamuraa fayyadamuu

Wantoota Ramaduu

Suurxiqqoo Saaguu, Gulaaluu, Olkaa'uu

Dhangeessa Dhangii Burushiidibduudhaan Galagalchuu

Takkaan Dhanguu galmee gaabbuu

Guttinsa Duubee Islaayidii Jijjiruu

Islaayidoota hundarratti irraantoofi jalaanto dhabatuu

Hojbocquu Faayata Barruu Saxaatoof

Gabatee Cuqqoodhaan Guddisuu

Qonyoota Fakkasaa

Sarara qonyoowwaa fili, kana Qonyoota Gulaaluu

Qaphxii Cuftii Fayyadamuun

Dhiyeessa islaayidii biraa irraa garagalchuu

Wardiilee Islaayidii keessaa Dabalatee

Arfiilee Barruu gara Wantoota Fakkasaatti jijjiru.

Calaqqeewwan suurxiqqoo gara Saxaatoo vectoritti jijjiru

Kamshaa gargaaramuun Akkaataalee Sarara Fayyadamuu

Xumuroota Sarara Ibsuu

Akkaataalee Sarara Hiikuu

Matadureewwan Walfakkatan

Ajajawwaan fayyadamuuf $[office name} Fakaasuu