SECOND

From LibreOffice Help
Jump to: navigation, search

SECOND

Gatii yerootif seekondii kenna. seekondiin intijeeri 0 fi 59 gidduu jiruun kennama.

Caasima

SECOND(Lakkoofsa)

Lakkoofsa, akka gati yerootti, kurnyee dha,kan seekondiin itti kennamu.

Fakkeenyawwan

=SECOND(NOW())seekondii ammaa kenna.

=SECOND(C4) yoo C4 =17:20:00 ta'e 17 kenna.