Ooftuu Mudata Maakroosi

Kutaan kun akkaataalee sagantooleen Bu`uura mudatoota sagantati ramadaman ibsa.

Yeroo madatni sooftiweerii ifteessame maakroo barbaadame gara mudatatti ramaduudhaan uumaman ofumaan maakroo hojjoomuun ni danda`ama. Gabateen armaan gadii mudatoota sagantaa fi maakroon ramadame hojii akkamii akkanni hojjomu ilaalcha guddaa kenna.

Mudata

Maakroon ramadame ni hojjooma...

jalqaba sagantaa

... fayyadamni LibreOffice booda eegala.

sagantaa End

...fayyadamni LibreOffice dura dhaabbata.

Galmee uumi

...Sajoo Faayilii - Haaraa yookiin Haaraa wajjin galmeen haaraan iddoo uumamee booda.

Galmee bani

...Sajoo Faayilii - Bani yookiin Bani wajjin galmeen iddoo banamee booda.

Save Document As

...sajoo (Faayilii - Olkaaa`i Akka , yookiin Faayilii - olkaa`i yookiine Olkaa`i wajjin maqaa ifteessame jalatti galmeen osoo ol hin kaa`amiin dura, yoo maqaan galmee hamma amaatti hin ifteessamne ta`e).

Galmeen kan oltaa`e akka

...sajoo (Faayilii - Olkaaa`i Akka , yookiin Faayilii - olkaa`i yookiine Olkaa`i wajjin maqaa ifteessame jalatti galmeen osoo ol hin kaa`amiin dura, yoo maqaan galmee hamma amaatti hin ifteessamne ta`e).

galmee olkaa`i

...sajoo Faayilii - Olkaa'i ykn Olkaa'i wajjin galmeen osoo ol hin kaa'amiin dura, maqaa galmee duraan kenname ifteessama.

Galmeen oltaa`eera

...sajoo Faayilii - Olkaa'i ykn Olkaa'i wajjin galmeen osoo ol hin kaa'amee booda, maqaa galmee duraan kenname ifteessama.

Galmee cufi

...galmeen dura cufama.

Galmeen ni cufama

...galmeen iddoo cufamee booda.yeroo galmeen osoo olhin kaa`amiin cufamu maddi "Galmee Olkaa`i" dabalatan tarii ni uumama.

Galmee Kakaasi

...galmeen gara fuuldureetti dhufee booda.

Galmee Hinkakaasiin

...galmeen gara fuuldureetti dhufee booda.

Galmee Maxxansi

...qaaqan Maxxansi iddoo cufamee booda, garuu jalqaba haalla maxxansi sirrii dura.

Dogoggora sa`atii darbee JaavaaSkiriptii

... yeroo dogoggori sa`atii darbee JaavaaSkiriptii uumamu.

Makiinsa Ergannoo Maxxansi

...qaaqan Maxxansi iddoo cufamee booda, garuu jalqaba haalla maxxansi sirrii dura. Maddataan kun tokko tokkoo galagalcha maxxansameef uumama.

Jijjiira lakkoofsa fuulaa

...yeroo lakkoofsa fuulaa jijjiiru.

Ergaa fudhatame

...yoo Ergaa fudhatame.


Ramada Maakroo mudata

  1. Gabatee Meeshaalee - Maamileesi fi Mudatoota cuuqaasi.

  2. Sanduuqa tarreekeessa olkaa`i galmee ammee kessaa xurbeessaan gataa`aa yookiin gataa`aa sirrii ramadan akka ta`uu yoo barbaade fili.

  3. Tarree Madata keessaa madata fili.

  4. Maakroo cuuqaasuudhaan maakroo gara madata filameetti ramadaman fili.

  5. Maakroo ramaduuf TOLE cuuqaasi.

  6. Qaaqa cufuuf Tole cuuqaasi.

Ramada Maakroo gara Mudatatti siiqsu

  1. Gabatee Meeshaalee - Maamileesi fi Mudatoota cuuqaasi.

  2. Ramada xurbeessaa yookiin ramada gataa`aa galmee ammee keessaa filannoo sanduuqa tarreekeessa olkaa`i kessaa filuudhaan siiqsuuf fili.

  3. Madata ramada tarree Madata keessaa siiqan ofkeessaatti qabatu fili.

  4. Siiqsi cuuqaasi.

  5. Qaaqa cufuuf Tole cuuqaasi.

Please support us!