Header and Footer

This submenu includes commands to add and remove page headers and footers.

Irraantoo

Akkaataa fuulaa isa baafata xiqqaa keessatti filatteef, irraantoo, ida'a yk irraa haqa. Irraantoochi, fuulaawwan warra akkaataa fuulaa wal fakkaataa fayyadamanitti ida'ama. Galmee haaraa keessatti, akkaataa fuulaa "Durtii" qofatu tarreeffama. Akkaataawwan fuulaa warri biroon, erga ati galmicha keessatti faayidaa irra oolchitee booda, idaa'amu.

Jalaantoo

Akkaataa fuulaa isa baafata xiqqaa keessatti filatteef, jalaantoo, ida'a yk irraa haqa. Jalaantoochi, fuulaawwan warra akkaataa fuulaa wal fakkaataa fayyadamanitti ida'ama. Galmee haaraa keessatti, akkaataa fuulaa "Durtii" qofatu tarreeffama. Akkaataawwan fuulaa warri biroon, erga ati galmicha keessatti faayidaa irra oolchitee booda, idaa'amu.