Kabala Haalojii

Kabalii Haalojii, odeeffannoo waa'ee galmee ammaa fi qabduuwwan fooyii dalagawwan addaa waliin dhiyeessuu of keessaa qaba.

Lakkoofsa Fuulee

Lakkoofsi fuulaa ammaa, dirree kan kabala haalojii keessatti mul'atu. Lama-cuqaasuun Naanna'aa isa ati galmee kee keessa itiin naannooftu bana. Mirga-cuqaasuun toorbarruu galmee kee keessaa mara mul'isa. Qaree barruu iddoo toorbarruutti qubachiisuuf, toorbarruu tokko cuqaasi.

Akkaataa Fuula Ammee

Akkaataa fuula ammee mul'isa. Akkaataa gulaaluf lama cuqaasi, akkaataa biroo filuuf mirga cuqaasi.

Afaan

Displays the language for the selected text.
Click to open a menu where you can choose another language for the selected text or for the current paragraph.
Choose None to exclude the text from spellchecking and hyphenation.
Choose Reset to Default Language to re-apply the default language for the selection or the paragraph.
Choose More to open a dialog with more options.

Haalata Saagi

Displays the current insert mode. You can toggle between INSRT = insert and OVER = overwrite.

Haalata Filannoo

Here you can switch between different selection modes.

Fooyya'iinsa Galmee

Yoo jijjiiramne galmee hanga ammattti ol hin kaa'amne, "*" dirree kabala haalojii kana keessatti mul'isa. Kunis haarawaaf fayyada, galmeewwan olkaa'ameefii miti.

Mallattoo Lakqurxaawaa

Dabalataanis Mallattoowwan Lakqurxaawaa ilaali.

Agarsiisaa Makamee

Odeeffannoo ammaa, waa'ee galmee ka'aa agarsiisa.

Guddisaa fi Toorii Mul'isi

Too'annaawwan sadii Kabala Haalojii Barreessaa irraa, guddisaa fi teesumaa mul'annoo kan galmeewwan barruu keetii akka jijjiirtuu siif hayyama.

Agarsiifamnii sajoowwan Toorii Mul'annoo bitaa irraa gara mirgaatti:haalataan mul'annoo fuula hedduu cinaa cinaan haalataan kitaabaa fuuloota lamaa akka kitaaba banaa keessaa haalata tarjaa baaqqeen

Fuuloota dabalataa mul'isuuf islaayiderii guddisaa gara bitaatti harkisi, fuula keessatti guddisuuf fi bal'ina fuulaa xinneenyaan mul'isuuf gara mirgaatti harkisi.

Guddisi

Sababa guddisi fuula ammee agarsiisuu ifteessa.