Kabala Rasaasawwan fi Lakkaawwii

Kabalii Rasaasawwan fi Lakkaawwii dalagaalee caasaa kan keewwatawwan lakkoofsifamanii, tartiiba keewwatawwanii, fi sadarkaalee keewwataa adda addaa qindeessuu dabalatee, fooyyessuudhaaf garagaran of keessaa qabu.

Lakkaawwiin Dhaamaa dha

Keewwata ammaa yk keewwatawwan filataman keessatti, lakkaawwii fi raasaasaawwan dhaamsa.

Sajoo

Lakkaawwiin Dhaamaa dha

Moves the selected paragraph up one level in the numbering or bullets hierarchy.

Sajoo

Keewwata filame sadarkaa tokko caaaa lakkoofsaan ykn rasaasan gadbu'e siiqsa.

Sajoo

Sadarkaa Tokko Akeeki xiqqaa Wajjin guddisuu

Keewwatawwan qabxii xixiqqaa waliin lakkaawwii sadarkaa tokko ol baasa. Kun kan mul'atu, yammuu qareen barruu lakkoofsifamee yk raasaafamee keessa ooluu qofa.

Sajoo

Sadarkaa Tokko Akeeki xiqqaa Wajjin guddisuu

Sadarkaa Tokko Akeeki xiqqaa Wajjin Gadbuusii

Keewwatawwan qabxii xixiqqaa waliin sadarkaa tokko gadbuusa. Kun kan mul'atu, yammuu qareen barruu lakkoofsifamee yk raasaafamee keessa ooluu qofa.

Sajoo

Sadarkaa Tokko Akeeki xiqqaa Wajjin Gadbuusii

Galfata Lakkaafsa Hinqabnee Saagi

Keewwata tokko lakkaawwii malee saaga. Lakkaawwiin duraanii hinjijjiiramu.

Saagi

Galfata Lakkaafsa Hinqabnee Saagi

Ol siiqsi

Positions the selected paragraph before the one above it.

Sajoo

Ol siiqsi

Gad siiqsi

Positions the selected paragraph after the one below it.

Sajoo

Gad Siqsi

Tuqaalee xiqqaa waliin Ol siqsi

Keewwatawwan qabxii xixiqqaa waliin gara olii keewwata duraaniitti siqsa. Kun kan mul'atu, yammuu qareen barruu lakkoofsifamee yk raasaafamee keessa ooluu qofa.

Sajoo

Tuqaalee xiqqaa waliin Ol siqsi

Tuqaalee xiqqaa waliin Gadi siqsi

Keewwatawwan qabxii xixiqqaa maraa waliin gara gadii keewwata duraaniitti siqsa. Kun kan mul'atu, yammuu qareen barruu lakkoofsifamee yk raasaafamee keessa ooluu qofa.

Sajoo

Tuqaalee xiqqaa waliin Gadi siqsi

Lakkaawwii Lamkaasi

Lakkaawwii barruu lamkaasa. Kun kan mul'atu, yammuu qareen barruu lakkoofsifamee yk raasaafamee keessa ooluu qofa.

Sajoo

Lakkaawwii Lamkaasi

Rasaasawwanii fi lakkoofsisuu

Adds numbering or bullets to the current paragraph, and lets you edit format of the numbering or bullets.

Icon

Rasaasa Bani/Cufi