Kabala Dhangessuu

Kabalii dhangeessuu, dalagawwan dhangeessaa barruu hedduu of keessaa qaba.

Styles

Specifies whether to show or hide the Styles window, which is where you can assign and organize Styles.

Sajoo

Styles

Set Paragraph Style

Assigns a style to the current paragraph, selected paragraphs, or to a selected object.

Set Paragraph Style

Set Paragraph Style

Maqaa Bocquu

Maqaa bocquu tarreerraa filuu ykn maqaa bocquu sududaan galchu sii hayyama.

Bocquuwwan hedduu buufatoota xinnaadhan qoodaman galchuu ni dandeesa.LibreOfficemaqoota bocquu tarreen dhufan fayyadama yoo bocquuwwan durtii argamuu baate

Sajoo

Maqaa Bocquu

Hammamtaa Bocquu Font Size

Hammamtaa bocquu gara garaa tarree irraa akka filattu ni heyyama ykn hammamtaa hujeekaa galchuuf.

yabbuu

Barruu filatame yabbuu taasisa. Yoo qareen jecha keessa jiraate, jechi marri yabbuu ta'a. Yoo filannoon ykn jechi yabbuu ta'ee argame, dhaangessuun ni haaqama.

Sajoo

Yabbuu

Mirgada

Barruu filatame mirgada taasisa. Yoo qareen jecha keessa jiraate, jechi marri mirgada ta'a. Yoo filannoon ykn jechi mirgada ta'ee argame, dhaangessuun ni haaqama.

Sajoo

Mirgada

Jalmuri

Barruu filatame jamura ykn jalmuraa haaqa.

Sajoo

Jalmari

Bitaa

Keewwata(oota) filataman gara muudana fuula bitaatti hiriirsa.

Sajoo

Bitaa Hirirsuu

Handhuura

Keewwata(oota) filatman fuula irratti handhuuressa.

Sajoo

Mirga

Keewwata(oota) filataman gara muudana fuula mirgaatti hiriirsa.

Sajoo

Mirga Hiriirsuu

Mirkaneessi

Keewwata(oota) filataman gara muudanaalee fuula bittatti fi mirgaatti hiriirsa. Yoo barbaadde, dabalataanis diqaalalee hiriirfamaa sarara dhuma keewwataatif Dhangii - keewwata - Hiriirfama filachuun ifteessuu dandeessa.

Sajoo

Qixeeffamaa

Lakkaawwii Banii/Dhaamiisi

Keewwatawwan filataman irra lakkaawwii ida'a yk haqa. Dhangii lakkaawwii qindeessuuf, Dhangeesi - Raasaasaawwan fi Lakkaawwii filadhu. Kabala Raasaasaawwan fi Lakkaawwii mul'isuuf, Mul'isi - Kamshaawwan - Raasaasaawwan fi Lakkaawwii

Sajoo

Lakkaawwiin Banaa/Dhaamaa

Handaara Banaa/Cufaa

Tuqaalee rasaasaa gara keewwata filameetti ramadi ykn keewwatoota rasaasamerraa haqi.

Sajoo

Handaara Banaa/Cufaa

Galuumsa hir'isi

Galuumsa bitaa keeyyata ammee ykn qabiyyee man'ee hir'isuuf sajoo Galuumsa Hir'isi jedhu cuqaasi akkasumas iddoo cancala durtii isaa qindeessi.

Sajoo

Galuumsa hir'isi

Galuumsa Dabali

Keewwata ammee galumsa bitaa dabaluuf ykn man'ee qabeentaa fi gara bakka caancala itti aanuutti qindeessuuf sajoo Galumsa Dabalaa cuqaasi.

Sajoo

Galuumsa Dabali

Halluu Bocquu

Click to apply the current font color to the selected characters. You can also click here, and then drag a selection to change the text color. Click the arrow next to the icon to open the Font color toolbar.

Sajoo

Halluu Bocquu

Shoolaminsa

Halluu shoolamiinsa ammee gara filannoo barruu duubbee fayyadami. Yoo barruu tokkolleen hinfilamin, sajoo Shoolamiinsa cuqaasi, barruu shooluu barbaadde fili, akkasumas sajoo Shoolamiinsaa deebi'ii cuqaasi. Halluu shooluu jijjiiruf, xiyya sajoo Shoolamiinsaa ittaanu cuqaasi, akkasumas halluu barbaadde cuqaasi.

Sajoo

Highlight Color

Halluu Duubbee

Iddoo halluu duubbee keewwataaf cuqaasuu dandeenyuttikamshaa banuuf cuqaasi. Halluun duubbee keewwata ammee ykn keewwatoota fayyadama.

Sajoo

Halluu Duubbee

Sajoowwan Dabalataa

Bocquu Dabala

Hammamtaa bocquu barruu filamee dabala.

Bocquu Hir'isa

Hammamtaa bocquu barruu filatamee hir'isa.

Yoo gargarsii CTLdhaangeefamaa tahe, sajoowwan dabalataa lamatu mul'ata.

Bitaa-Gara-Mirgaa

Sajoo bitaa gara mirgaa

Barruun kan galee bitaa irraa gara mirgaatti.

Mirgaa-Gara-Bitaa

Sajoo mirgaa gara bitaa

Barruun, barruu xaxaa afaan tooriitiin dhangeefame miragaa irraa gara bitaatti gala.