Foddaa

Ajajoota faddaalee galmee too'achuu fi agarsiissuudhaaf garagaru of keessaa qaba.

Foddaa Haaraa

Foddaa haaraa qabeentota foddaa ammee agarsiisuu bana. Kutaalee adda addaa galmee walfakkaataa yeroo tokkoffiamma mul'isuu nidandeessa.

Cufi

Foddaa ammee cufi. Foddaa - Cufi fili, ykn +F4 dhiibi. Fuula duralaalii Kitaabessaa LibreOffice fi Calc keessaa, qabduu Duralaali Cufi cuqaasuudhaan foddaa ammee cufuu ni dandeessa.

Tarree Galmee

Galmeewwan yeroo dhihoo banametarree maqaagalmee tarree keessaa garagalmee sanaatti jijjiiruuf fili.