Meeshaalee

Meeshaalee qubeeffannoo, kuusfaayaa faayoo wantaa isa ati galmee kee keessatti dabalachuu dandeessuu, fi sagantaa qindeesiituu barbaachissaa of keessaa qaba.

Too'ata qubeeffannoo

Qubeeffannoo hojeekaan mirkaneessa.

Afaan

Baafata xiqqaa bakka ajajawwan afaan murta'aatti filuu dndeessu bana.

Lakkoofsa Jechaa

Counts the words and characters, with or without spaces, in the current selection and in the whole document. The count is kept up to date as you type or change the selection.

Chapter Numbering

Dhangii lakkoofsa fi sadarkaa, lakkaawwii boqannaaf, galmee ammaa keessatti ifteessa.

Lakkaawwii sararaa

Galmee ammaa keessatti, lakkoofsoota sarara dhangeessa, akkasuumas ida'a yk haqa. keewwata tokko lakkaawwii sarara irraa qoqqobuuf, keewwaticha keessa cuqaasiitii, Dhangi'i - Keewwata filadhu, caancala Lakkaawwii cuqaasi, kana booda saanduqa filannoo Keewwata kana lakkaawwii sarara keessatti dabali qulqulleessi.

Miiljaleewwan

Ijaarsa agarsiissaa, Miiljaleewwanii fi ibsadabalataawwaniif ifteessa.

Kuusaa Deetaa Wabii

Insert, delete, edit, and organize records in the bibliography database.

Gargaartuu Makiinsa Ergannoo

Masaka Makiinsa Ergannoo uunka qubeewwanii uumuuf, yk dhaamsa ergaa-e fudhataa hedduudhaaf, erguu eegala.

Fooyi

Keewwatoota filataman foo'a, yk tarreewwan gabatee, haala aabaatiin yk lakkoofsaan tarreessa. Hamma qabduuwwan sadi'itti qabduuwwan foo'a, akkasuumas qabduuwwan foo'a haala aabaatiif lakkoofsa maku, qindeessuu nidandeessa.

Herregi

Foormulaa filatamee heeregeetu, bu'aasaa gabatee muraatti gargalcha.

Haaromsi

Maalimaawwan galmee ammaa keessaa, isa qabeentoota xabboo, akkasuumas dirreewwanii fi kasaawwan qabu haaroomsa.

Taphataa Meeshaalee sub-qunnamtii

Opens the Media Player window where you can preview movie and sound files as well as insert these files into the current document.

Maakroota

Maakroo akka galmeessitu yookin gurmere ssituuf gulaaltuu si'i gargaara

Taliiga Dheertoo

The Extension Manager adds, removes, disables, enables, and updates LibreOffice extensions.

Ijaarsa Gingilchaa XML

Qaaqa Qindaa'ina Gingilchaa XML, innis iddoo itti uumuu, gulaaluu, haquu, fi faayilii XML olerguu fi aleerguuf gingilchaa itti yaaluu dandeessuu dha.

OfiinSirreessaa Dirqaaleewwanii

Dirqaalee ofumaan barruu akka barreesitu bakka buusuu qindeessa.

BarruuUfmaa

BarruuUfmaa uumaa, gulaala, saaga. Akka BarruuUfmaatti barruu dhangeeffame, barruu saxaatoo waliin, gabateewwan fi dirreewwan kuusuu ni dandeessa. Atattammaan BarruuUfmaa saaguuf, BarruuUfmaa galmee kee keessatiif qaxxaamura barreessiitii, kana booda F3 dhiibi.

Maamileessi

Customizes LibreOffice menus, context menus, shortcut keys, toolbars, and macro assignments to events.

Dirqaalaalee

Ajajni kun gongee dhaamsaa sagantaa tuujjee maamileeffameetiif bana.