Dhangi'i
Ajajoota toorii, fi qabeentoota galmee keetii dhangeessuuf gargaran of keessaa qaba.
Arfii
Keewwata
Raasaasawwanii fi Lakkaawwii
Adds numbering or bullets to the current paragraph, and lets you edit format of the numbering or bullets.
Fuula
Akkaataawwan dhangeessuu fi teessuma, akkaataa fuula ammaatiif, mudana fuulaa, irraantoowwan fi jalaantoowwan, akkasuuma duubbee fuula dabaliitii ifteessi.
Jijjiira
Changes the case of characters in the selection. If the cursor is within a word and no text is selected, then the word is the selection.
Qajeelcha Xinsaga Eeshiyaa
Allows you to add comments next to Asian characters to serve as a pronunciation guide.
Tarjaawwan
Lakkoofsa tarjaawwanii akkasuumas mudana tarjaa akkaataa fuulaa, goodayyaa, yk kutaa tokkootiif ifteessa.
Kutaalee
Amalawwan kutaalee galmee kee keessatti moggaafamanii jijjira. Kutaa saaguuf, barruu filadhu yk galmee kee keessaa cuqaasitii, kana booda, Saagi - Kutaafiladhu.
OfiinSirreessaa
Faayilicha akka filannoo ati Meeshaalee - OfiinSirreessaaDirqalaaleejalatti qindeessite ofumaan dhangeessa.
Marsi
Specify the way you want text to wrap around an object. You can also specify the spacing between the text and the object.
Gurmuu
Gurmuun wantoota filataman akka socho'uu danda'an ykn akka wanta baqqee dhangaye waliin eega.
Goodayyaa
Gooddayyaa tokko isa teessuma tarjaawwan tokko yk tokko ol barruu fi wantootaaf uumuu sidandeesiissuu saaga.