Barruu Marsaa Wantawwan Naannoo
Naannoo Wantaa Barruu Maruuf
-
Wanticha fili.
-
Choose Format - Frame and Object - Properties, and then click the Wrap tab to choose the wrapping style that you want to apply.
Akkaataan marsaa ammaa rasaasaan agarsiifama.
Amaloota Marsaa Ifteessuu
-
Wanticha fili.
-
Choose Format - Frame and Object - Properties, and then click the Wrap tab.
-
Dirqalaawwan isa barbaaddu fili.
-
TOLEE cuqaasi.
rogayyaa marsaa saxaatoo tokkoo jijjiiruuf
boca isa naannoo maraa barruu jijjiiruu nidandeessa.
-
Saxaatoocha filadhuutii, mirga-cuqaasi, kana booda Maraa - Rogayyaa Gulaali filadhu.
-
Meeshaalee rogayyaa haaraa fakkasuudhaaf fayyadami, kana booda sajoo
(mallattoo filannoo magariisa). -
Foddaa
cufi.