Lakkaawwii fi Akkaataalee Lakkaawwii

Lakkaawwii, hujeekaan keewwata tokkotti ykn akkaataa keewwatatiin fayyadamuu nidandeessa.

Hujeekaan Lakkaawwii fayyadamuuf

To apply numbering manually, click in the paragraph, and then click the Numbering On/Off icon on the Formatting Bar.

Sajoo Yaaddannoo

You cannot apply manual numbering to paragraphs that are listed under "Special Styles" in the Styles window.


Akkasuumas, tarree lakkoofsifaman yk rasaasaman gulaaluuf, ajajoota kamshaa Rasaaswwanii fi Lakkaawwii irraa fayyadamuu nidandeessa. Dhangii Lakkaawwii yk rasaasaa jijjiiruuf, sajoo Rasaasawwanii fi Lakkaawwii cuqaasi.

Akkaataa Keewwataatiin lakkaawwii fayyadamuudhaaf

Akkaataaleen Keewwataa, lakkaawwii isa ati galmee keessatti fayyadamtu irratti too'annaa gaarii siif latu.

  1. Choose View - Styles, and then click the Paragraph Styles icon.

  2. Akkaataalee keewwataa isa akka lakkaawwii fayyadamuuf barbaadduu mirga cuqaasiitii, Foyyeessi filadhu.

  3. Click the Outline & Numbering tab.

  4. Sanduuqa Akkaataalee Lakkaawwii keessaa, akaakuu lakkaawwii isa fayyadamuudhaaf barbaaddu fili.

  5. TOLEE cuqaasi.

  6. Keewwatawwan warra akka lakkaawwiitti ida'amuu barbaadduuf akkaataa fayyadami.

Rasaasaawwan Ida'uu

Lakkaawwii Ida'uu

Keewwatoota Kophaaf rasaasaalee fi Lakkaawwii dhaamsuu

Tarreewwan lakkaawwame makuu

Qabiiwwan Fayadamu

Hangiiwwan Lakkoofsa Hiiki

Lakkaawwii Tarree Lakkaawwii Keessati Foyyeessi

Akkuma Barreessitu, Lakkaawwii yookin Rasaasa'aa Uumuu