Lakkaawwii Ida'uu

Tarreetti Lakkaawwii ida'uuf

  1. Keeyyata(wwan) warra akka lakkaawwiin itti ida'amuu barbaaddu fili.

  2. Kabala Dhangeessuu irraa, sajoo Lakkaawwii Banaa/Dhaamaa Icon cuqaasi.

  3. Dhangii fi sadarkaa tarree lakkoofsiifamee jijjiiruuf, tarricha keessaa cuqaasi, kana booda kamshaa Rasaasawwanii fi Lakkaawwii bani.

Sajoo Yaaddannoo

Lakkaawwii haquuf, keewwatoota lakkoofsiifaman fili, kana booda sajoo Lakkaawwii Banaa/Dhaamaa Kabala Dhangeessaa irraa cuqaasi.


Tarree Lakkoofsiifame tokko Dhangeessuu

Dhangii tarree lakkoofsiifamee jijjiiruuf, tarree keessa cuqaasiitii, kana booda Dhangi'i - Rasaasawwanii fi Lakkaawwii filadhu.