Barruu Marsuu

Barruu warra wanta fakkasaa keessa jiran qofa marsuu dandeessa.

  1. Mul'annoo - Kamshaalee- Fakkasaafili kamshaa Fakkasuu banuuf.

  2. Barruu sajoo keessa Sajoo filadhu.

  3. Wanta barruu fakkasuudhaaf, galmee kee keessatti harkiisiitii, barruu kee barreessi.

  4. Wantaan alatti cuqaasi, itti aansuun barruu saagde cuqaasi. Sajoo Marsuu Icon kamasha Amaloota Wantaa Fakkasuu irraatt cuqaasi.

  5. Qabannoo xiyyoo kan wanta barruu keessaa tokko harkiisi.

Sajoo Qaxxee

Akkasumas, wanta barruu irra mirga-cuqaastee, qubannoo fi Hamamtaa filadhu, caancala Marsaa cuqaasiitii, kana booda wantichaaf, kofa marsaa ykn qubannoo haaraa galchuu nidandeessa.