Goodayyaawwan Barruu, Saaguu, Gulaaluu, Walqabsiissuu

Goodayyaan barruu, barruu fi saxaatoo warra fuula irratti bakka kamiyyuu oolchuu dandeessuu bata.

Barruu Goodayyaawwanii Saaguu

  1. Barruu isa akka goodayyaa keessatti dabalamu barbaadduu fili.

  2. Saagi - Goodayyaa filadhuutii, Tole cuqaasi.

Goodayyaawwan Barruu Gulaaluu

Barruu Maxxansaa Irraa Dhoksuu.

Goodayyaan barruu Barreessaa kamiyyuu, haalata isa argii irratti barruu mul'isuu hayyamuun qindaa'uu nidandaa'a, garuu barruucha maxxansuu irraa dhoksa.

  1. Goodayyaa barruu fiiladhu (qabannoowwan saddeeti argiita)

  2. Choose Format - Frame and Object - Properties - Options.

  3. IddooAmaloota keessaa, sanduuqa mirkaanneessaa Maxxansaa mallattoo dhiissiitii, kana booda Tole cuqaasi.

Goodayyaawwan Barruu Walqabsiissuu

Akka ofumaan qabeentootnii goodayyaa tokko irraa gara goodayyaa ka birootti yaa'aniif, goodayyaawwan barruu Barreessaa walqabsiissuu nidandeessa.

  1. Qaree goodayyaa isa akka walqabatu barbaaddu cuqaasi. Qabannoowwanii filannoo, qaree goodayyiichaa irratti mul'ata.

  2. Kabala Goodayyaa irraa, click the Goodayyaawwan Walqabsiissi icon Sajoo.

  3. Goodayyaa isa itti walqabsiissuu barbaadduu cuqaasi.

Goodayyaawwan walqabsiissuu kan dandeessuu, yoo tahe qofa:

Goodayyaa walqabatee yammuu filatuu, sarara isa goodayyaawwan walqabatan walindhutu mul'ata.

Sajoo Yaaddannoo

Amalii OfiinHammaamteessan kan jiraatuu, goodayyaa dhumaa, cancalaa kan goodayyaawwan walqabatan keessaa qofaf.