Qaree Kalatii fayyadamuu

Qaree Kalatii, fuula tokko irratti iddoo kamiyyuutti barruu galchuu hayyama.

To set the behavior of the direct cursor, choose - LibreOffice Writer - Formatting Aids.

  1. Kabala Meeshaalee irraa, Qaree Kallattii sajoo Sajoo cuqaasi.

  2. Galmee barruu keessaa, bakka duwwaa tokko keessa cuqaasi. Qareen hantuuttee kan jijjiiramuuf, hiriira isa barruu isa ati barreessiiteef akka fayyadu agarsiissuuf:

    Sajoo Bitaa hiriirsuu

    Sajoo Waaltinaa

    Sajoo mirga hiriirsisuu

  3. Barruu kee barreessi. LibreOffice ofumaaan lakkoofsa sararawwan duwwaa barbaachisan, akkasumas yoo dirqalawwanii dandeessifamee, caancalawwanii fi iddoowwan saaga.

Qajojiiwwanii fi Akkaataalee

Qajojii Galmee tokko uumuu

Qajojii Durtii jijjiiruu