Barruu Sochii Fakkeessuu

Barruu isa wanta fakkasaa keessa jiru qofa, kunis rogarfeewwan, sararoota, ykn wantoota barruu sochii fakkeessuu nidandeessa. Fakkeenyaaf, rogarfee tokko fakkasiitii, kana booda rogarficha irra lama-cuqaasiitii barruu kee galchi.

  1. Wanta fakkasaa isa barruu warra sochii fakkeessuu ati barbaaddu of keessaa qabu fili.

  2. Dhangi'i - Wanta - Amaloota Barruu filadhuutii, kana booda caancacla Barruu Sochii Fakkeessuu cuqaasi.

  3. Saanduqa Galtee keessaa, sochii fakkeessaa isa barbaaddu fili.

  4. Amaloota galtee qindeessiitii, OK cuqaasi.