Gabateecuqoo Fayyadamuun Tarree ykn Tarjaa kan Gabatee Ida'uu fi Haquu

Tarree ykn tarjaa gabatee keessaa ida'uu fi haquu nidandeessa, akkaasumas gabateecuqoo fayyadamuun man'eewwan gabatee addaanbaasuu ykn makuu nidandeessa.

Gabateecuqootiin, Tarreewwanii fi Tarjaawwan haarmsuu

Gabatee Barruu keessatti, Tarreewwanii fi Tarjaawwanii hagamtaa jijjiiruu

Man'eewwan Makuu fi Addabaassuu