Filannoowwan Irraa Akkaataawwan Haarawa Uumuu

Akkaataa durumaan jiru dhangi'uu hujeekaa itti hojii irra oolchuu irraa akkaataa haarawa daftee uumuu dandeessa.

  1. Choose View - Styles.

  2. Sajoo akkaakuu haalataa isa uumuu barbaaddu cuqaasi.

  3. Click in the document where you want to copy the style from, for example, in a paragraph that you applied manual formatting to.

  4. Sajoo Filannoo irra Akkaataa Haaraa cuqaasitii baafata xiqqaa irra Filannoo irra Akkaataa Haaraa fili.

  5. Maqaa sanduuqa Maqaa Akkaataa keessatti barreessi.

  6. TOLEE cuqaasi.

Akkaataa haarawa harkisuufi-kaa'uudhaan uumuuf:

  1. Choose View - Styles.

  2. Sajoo akkaakuu haalataa isa uumuu barbaaddu cuqaasi.

  3. Akkaataa isa garagalchuuf barbaadduu keessaa, yoo xinnaate arfii, yk wanta tokko fiadhu. Akkaataalee fuulaa fi goodayyaatiif, fuulaa ykn goodayya keessaa yoo xinnaate arfii yk wanta tokko fili.

  4. Drag the character or object to the Styles window and release.

    For paragraph and character styles, you can drag-and-drop onto the respective icon in the Styles window. You do not need to open that style category in advance.

Sajoo Yaaddannoo

You can also drag-and-drop a frame into the Styles window to create a new frame style: Click the frame, wait a moment with the mouse button pressed down, but without moving the mouse, then drag to the Styles window and drop the frame onto the Frame Styles icon.