Haalata dhangii guutuu keessatti akkaataalee fayyadamuu

You can quickly apply styles, such as paragraph and character styles, in your document by using the Fill Format Mode in the Styles window.

  1. Choose View - Styles.

  2. Sajoo akkaakuu haalataa isa fayyadamuudhaaf barbaaddu cuqaasi.

  3. Click the style, and then click the Fill Format Mode icon Icon in the Styles window.

  4. Galmee keessatti bakka akkaataa hojii irra oolchuu barbaaddutti qaree hantuutee hiiqsiiti cuqaasi. Akkaataa wanta tokkoo olitti hojii irra oolchuuf, wantoota filachuuf harkisiiti sana booda gad dhiisi.

  5. Yeroo xumuramu Esc dhiibi.