Abbimaa fayyadamuu

Abbimaan jecha galmee kitaabessaa keessatti adda ba'eef odeeffanoo fi faankishinummaa dabalataa kenna. Amalootii jiroon, dheertoo abbimaa addaatiif, adda ta'uu dandaa'a.

Abbimaa ijaaruu

Abbimaan akka dheertootti kitaabessaa LibreOffice dhaaf kennama.

Abbimaa ijaaruuf, kan armaan gadii tokko hojjadhu:

Baafata abbimaa

Any text in a Writer document can be marked with a Smart Tag, by default a magenta colored underline. You can change the color in - LibreOffice - Application Colors.

Yeroo gara abbimaatti jaleeltu, gargaarsi gubbaa baafata abbimaa banuuf akka Ctrl-cuqaaftu si hima. Yoo hantuuttee fayyadamuu baatte, qaree barruu mallateeffame keessa kaa'uu fi baafata qabenta Shift+F10 dhaan banuu.

Baafata abbimaa keessatti, gocha argamu kan abbimaa ibsame ilaaluu dandeessa. Baafata keessaa filannoo filadhu. ajaja Filannoowwan abbimaa banuuf abbima fuulaa kan Meeshaalee - Ofiinsirreessuu.

Abbimaa dandeessisuu fi dhaamsuu

Ijaarsa yoo xiqqaate dheertoo abbimaa tokko ta'e yoo qabaatte, Fuula Abbimaa Meeshaalee - Ofsirreessaaargita. Abbimaa dandeessisuuf ykn dhaamsuuf fi iyyatoo ijaaruu qaaqee kana fayyadami.

Sajoo Yaaddannoo

Barruun akka abbimaatti beekamu batalumatti to'ataa qubeeffamaatiin hin mirkanaa'u.