Kutaalee Gulaaluu

Galmee ke keessaatti kutaalee eeguu, dhoksuu, fi gara barruu baratamaatti jijjiiruu dandeessa.

  1. Dhangii - Kutaalee filadhu.

  2. Ajajadhiibuu dandeessa, barruu yabbuundhaan dhanga'uu barbaaddu barreessuu, fi ajaja yeroo xumurtutti dhiibi.

  3. Kan kaanan gadii keessaa tokko hojeedhu:

Kutaalee Fayyadamuu

Kutaalee Saaguu

Dhangii - Kutaalee

Qabeentaa barreessaa LibreOffice keessaa eeguu