Barbaacha Barruu Keessatti Turbaa abbaalaa fayyadamuu

Turbaa abbaalaa ykn iddooqotaa arfoota hin ifteeffamne ykn hin mul'anne tokko tokkoof barbaaduufiif fayyaduu danda'a.

Yeroo barruu barbaadduu fi galmee keessa bakka buustu turbaawwwan abbaalaa fayyadamuu dandeessa. Fakkeenyaaf, "s.n" "sun" fi "son" barbaada.

  1. Gulaali - Barbaadi & Bakka buusi filadhu.

  2. Qaaqicha bal'isuuf Dirqaalee Dabalataa filadhu.

  3. Saanduqa filannoo Himannoolee Idilee filadhu.

  4. In the Find box, type the search term and the wildcard(s) that you want to use in your search.

  5. Click Find Next or Find All.

Fakkeenyota Himannoo Idilee

  1. Turbaan abbaalaa arfii qeenxee tuqaa (.) dha.

  2. Mul'ina arfii duraa al zeeroo ykn isaa oliif turbaan abbaalaa urjoo dha.Fakkeenyaaf:"123*" "12" "123", fi "1233" barbaada.

  3. Walitti qabamni turbaa abbaalaa zeeroo barbaaduuf ykn mul'ina arfii kamiiyyu tuqaa fi urjoo (.*) dha.

  4. Turbaan abbaalaa dhuma keewwataa mallattoo doolaarii ($) dha. Walitti qabamni arfii turbaa abbaalaa jalqaba keewwataa arfii hoxxee fi tuqaa (^.) dha.

  5. Turbaa abbaala arfii caancalaaf \t dha.

Sajoo Yaaddannoo

A search using a regular expression will work only within one paragraph. To search using a regular expression in more than one paragraph, do a separate search in each paragraph.