Fayyadamaa-galmaa'e Maxxansuu

Galmeessa-dhugaa

Galmeessi-dhugaa jechuun jecha topogiraafii yommuu ta'u kan maxxansaaf fayyaduudha. Jechi kun kan ibsu rogitaa sarara maxxansaa akaakuu bali'ina kan gara fuulduraa fi duuba moggaa fuula kitaabaa, fuula gaazexaa fi fuula barruuleeti. Galmeessi-dhugaa fuula kana haala salphaan akka dubbifamu amala dabalataa qaba innis fajajaa gaaddidduu akka hin balaqeessifne gidduu sarara barruu ittisa. Kana malees,galmeessi dhugaa barruu sararoota wal-cinaa tarjaa kan dheerina walqixa qaban agarsiisa.

Yommuu keeyyata qindeessitu, Akkataa Keeyyataa yookan akkaata fuula akka galmeessa dhugaatti, bu'uurri sararaa arfii miidhamee tarsaa fuula sarjaatti hiriirsii akka hamamtaa bocquuti yookan jirachuu saxaatooti. Yoo babaadde, qindaa'ina tarsaa kanaaf ibsuu dandeessa akkataa amala fuula ti.

Maxxansa Fayyadamaa-galmaa'eetti galmee qindeessuu

  1. Galmee hunda filahdu.

  2. Dhangii - Fuula - Fuula filadhu.

  3. In the Register-true section, select the Activate checkbox and click OK.

Keewwatootni galmee keessaa hundi, hamma adda ba'anitti akka fayyadamaa-galmaa'etti maxxanfamu.

Keewwatoota maxxansa fayyadamaa-galmaa'e irraa hambisuu

  1. Kan kaanan gadii keessaa tokko hojeedhu:

    Keewwatoota irra darbuu barbaaddu hunda filadhu, sana booda Dhangii - Keewwata - Galumsoota & Qubachiisuu filadhu.

    Open the Styles window, click the Paragraph Style you want to exempt, right-click that style, choose Modify. In the dialog, click the Indents & Spacing tab.

  2. In the Register-true section, clear the Activate checkbox.