Wabeeffannaawwan Fooyyessuu

  1. Fuuldura wabeeffannaa fooyyessuu barbaadduutti cuqaasi.

    Yoo gaaddiddeessa dirree wabeeffannaa arguu hin dandeessu ta'e, mul'isi - Gaaddiddeessitoota Dirree filadhu ykn Ctrl+F8 dhiibi.

  2. Gulaali - Dirreewwan filadhu.

  3. Filannoowwan barbaaddu qindeessiiti, TOLEE cuqaasi.

Sajoo Qaxxee

Wabeeffannaawwan galmee ammee keessa jiran sakatta'uuf qabduuwwan xiyyaa qaaqa Dirreewwan Gulaali keessa jiru fayyadami.


Waabeffannoowwan Saaguu

Geessituuwwan Naanna'aa waliin saaguu