Irkootiiwwan waraqaa maxxansaa filachuu
Madda waraqaa adda addaa fuulota adda addaa galmee kee keessatti adda baasuuf haalataa fuulaa fayyadami.
-
Choose View - Styles.
-
Sajoo
cuqaasi. -
Haalataa fuulaa tarree keessaa isa madda warqaatiif ifteessuu barbaadduu irra mirga-cuqaasi, itti aansuudhaan Fooyyessi filadhu.
-
Sanduuqa
keessatti, irkootii waraqaa fayyadamuu barbaaddu filadhu. -
TOLEE cuqaasi.
-
Haalata fuulaa waraqaa tokkoon tokkoof barbaadduuf, ejjatoowwan 1-5 irra deebi'i.
-
Haalata fuulichaa fuulota barbaaddu irratti fayyadami.