Haalata fuulaa uumuu fi fayyadamuu

LibreOffice teessuma fuulaa, akkasumas qaabachiisa fuulaa , duubbee mudanaalee, irraantoolee, jalaantoolee, fi tarjaalee barruu ifteessuuf fayyadama. Teessuma fuulawwan qeenxee galmee keessaa jiran hunda jijjiiruuf, fuulichaaf haalataa fuulaa mammiloo uumtee fayyadamuu qabda.

Qaabachiisa Fuula Jijjiiruu

Fuula Duubee Jijjiiruu

Haalata fuulaa haaraa qindeessuu

  1. Choose View - Styles.

  2. SajooHaalataalee Fuulaa cuqaasi.

  3. Haalataalee fuulaa tarreefaman keessatti, wanta irratti cuqaasa mirgaamirga cuqaasi, fi achumaan Haaraa filadhu.

  4. CaancalaQindeessaa irratti, sanduuqaMaqaa keessatti maqaa barreessi.

  5. Kan kaanan gadii keessaa tokko hojeedhu:

  1. Dirqalaalee teessuma haalata fuulaatiif qindeessuuf, Cancala qaaqaa keessa jiru fayyadami,sanaan booda TOLEE cuqaasi.

Haalataa fuulaa fayyadamuuf

  1. Fuula akkaataa fuulaa irratti fayyadamuu barbaadde keessatti cuqaasi.

  2. Choose View - Styles, and then click the Page Style icon.

  3. Maqaa tarree keessaa lama cuqaasi.

Haalataa fuulaa fuula haaraatiif fayyadamuuf

  1. Galmee keessatti iddoo fuula haaraa irratti jalqabuu barbaadde cuqaasi.

  2. Saaguu-Qurxinsa hujeekaa.

  3. Qurxinsa fuulaafiladhu.

  4. Sanduuqa Haalataa keessatti, fuula qurxiinsa hujeekaa itti aanee dhufu irratti haalata fuulaa barbaaddu fili.

  5. TOLEE cuqaasi.

Lakkoofsota fuulaa

Waa'ee Irraantotaa fi Jalaantotaa

Fuula Ammaa irratti Hundaa'uun Akkaataa Fuula uumuu

Maqaa fi Lakkoofsa Boqoonnaa olaantoo ykn Gadaantoo Keessaatti Saaguun

Jalaantota ykn olaantota Dhangeessuu

Qajojii Durtii jijjiiruu