Qaabachiisa Fuula Jijjiiruu

Galmeewwan barruu Barreessaatif amaloota fuulaa hunda, fakkeenyaaf kan akka fuula qaabachiisa, haalata fuulatin hiikamu. Durtiidhan, galmee barruu haaraan fuulaawwan hundaaf haalata fuula “Durtii” fayyadama. Yoo barruu galmee jiru bante, haalataaleen fuulaa adda addaa fuuloota adda addaa irratti fayyadamu.

Jijjiiramni amala fula irratti fayyadamte, fuuloota haalata fuula ammee fayyadamu qofa irratti, dhibba akka fidu beekuun baay'ee barbaachisaa dha. Haalataan fuula ammee kabala haalojii keessati gara daangaa jala foddaati tarreefame.

Fuulaawwan hundaaf qabachiisa fuulaa jijjiiruuf

Yoo barruun galmee kee fuula haalatni fuulaa wal fakkaatu qofa qabaate, amaaloota fuulaa sirriin jijjiiruu ni dandeesa:

  1. Dhangii - Fuula fili.

  2. Caancala Fuulaa cuqaasi.

  3. Dhangii Waraqaa jalatti, “dhaabbattaa” ykn “dalgeessa” fili.

  4. TOLEE cuqaasi.

Fuulaawwan muraasaf qabachiisa fuulaa jijjiiruuf

LibreOffice qabachiisa fuuloota galmee keessa jiranii ifteessuuf haalataalee fuulaa fayyadama. haalataaleen fuulaa irra caalaatti amaloota fuulaa qindeessu. Fakkeenyaaf,akka jaalantoo fi irraantoo ykn matadureeti ykn akka fuula moggaati. Haalata fuula “Durtii” galmee ammee jijjiiru, ykn haalata fuula isaa fi haalata fuula kutaalee barruu kanaaf fayyadamte kamiyyu keessaa hiikuu ni dandeessa.

Xumura fuula gargaartuu kanaa irrati,bal'ina haalatawwan fuulaa irrati bal'inaan ni marii'ana. Yoo yad-rimee haalata fuula qabduti hin amanne taate, Mee kutaa dhumaa fuula kana dubbisi.

Sajoo Yaaddannoo

Haalataalee arfii yookiin keeyyataan adda, haalatni fuulaa sadarkaawu hin beekan. Amaloota haalata fuula jiruu irrati hundaa'udhan haalata fuula haaraa uumuun ni danda'ama, garuu booda yommuu haalataa maddaa jijjiirtu, haalatni fuulaa haaraan battalumatti jijjiirraawwan hin fudhatu.


Fuuloota haalata fuulaa walfakkaatan waliin qaban hundaaf qabachiisa fuulaa jijjiiruuf, jalqaba haalata fuulaa si barbaachisa, sana booda haalaticha fayyadami.

  1. Choose View - Styles.

  2. SajooHaalataalee Fuulaa cuqaasi.

  3. Haalata fuulaa qabdoo mirgaan yeroo lama cuqaasun Haaraafili. Haalatni fuulaa haaraan jalqaba amaloota isaa hunda haalata fuulaa filame irraa argata.

  4. Caancala fuula Qindeessaa irraa, haalata fuulatif sanduuqa Maqaa keessaa haalata fuulatiif maqaa maxxansi. fakkeenyaaf "My Landscape"

  5. Sanduuqa Haalata haaraa keessatti,haalata fuulaa fuula itti aanuf fayyadamuu barbaaddu kan haalata fuulaa haaraati aanee dhufu fili. Xumura fuula gargaarsaa kana irraati waa'ee kutaalee bal'ina haalatawwan fuulaa ilaali.

  6. Caancala Fuulaa cuqaasi.

  7. Dhangii Waraqaa jalatti, “dhaabbattaa” ykn “dalgeessa” fili.

  8. TOLEE cuqaasi.

Now you have defined a proper page style with the name "My Landscape". To apply the new style, double-click the "My Landscape" page style in the Styles window. All pages in the current scope of page styles will be changed. If you defined the "next style" to be a different style, only the first page of the current scope of page styles will be changed.

Bal'insa haalatawwan fuulaa

Haalata fuulaa LibreOffice keessaa bal'insa isaa beekuu qabda.Fuulaawwan galmee barruu haalata fuulatin gulaalame isaa kamtu dhibame?

Haalootaalee dheerina fuula tokkoo

Haalatni fuulaa kan hiikamu fuula tokko dabarsuuf qofa. Haalatni “Fuula Tokkoffaa” fakkeenya. Qabeenyawwan kana haalata fuula birootin "akkaataa itti aanu" hiikun qindeessi, kara gama birootin caancala fuula Dhangii - Fuula - Qindeessaairratti.

Haalatni fuula tokko dheeraatu hangii haalata fuula ammee daanga jala irraa hanga qurxiinsa fuula itti aanu irraa eegala. yommuu barruun gara fuula itti aanuti yaa'u qurxiinsa fuula itti aanu ofumaan mul'ata, kunis yeroo tokko tokko "soft page break" jedhama. Karaa gara biraatin, qurxiinsa fuula hujeekaan saaguu ni dandeessa.

Qurxinsa fuulaa hujeekaa iddoo qareetti saaguuf, Ctrl+Enter dhiibi ykn Saagii - qurxinsa hujeekaa filiitii TOLEE cuqaasi.

Hangii haalata fuulaa hujeekaan qinda'ee

Haalatni “Durtii” "akkaataa itti aanu" addaa cancala fuulaaDhangii - Fuula - Qindeessaa irratti hin qindeessu. Bakkasaa, "akkaataa itti aanu" akka “Durtii” qindaa'a. Haalataaleen fuulaa hundi kan haalata fuulaa wal fakkaatun hordofan fuuloota hedduu dabarsuu danda'u. Hammagni handaarrawwan gubbaa fi gadii haalata fuulaa "fuulli akkaataa waliin cita" tin qindeeffamu. Fuulootni hundi "fuulli akkaataa waliin cita" lama gidduu jiran haalata fuulaa wal fakkaatu fayyadamu.

Qixa qubannoo qareetti "page break with style" saaguu nidandeessa. Akka filannoottis, amala "page break with style" keewwaatatti ykn akkaataa keewwataatti fayyadamuu nidandeessa.

Ajajoota armaan gadii keessaa tokko hujjeedhu:

Waa'ee Irraantotaa fi Jalaantotaa

Fuula Ammaa irratti Hundaa'uun Akkaataa Fuula uumuu

Maqaa fi Lakkoofsa Boqoonnaa olaantoo ykn Gadaantoo Keessaatti Saaguun

Jalaantota ykn olaantota Dhangeessuu