bookmark_value>

Lakkoofsota fuulaa

Barreessaa keessatti, lakkoofsi fuulaa, dirree ati barruu kee keessaati saaguu dandeessudha.

Lakkoofsoota fuulaa Saaguu

Fuula lakkoofsaa iddoo qaree ammeeti saaguuf Saaguu - Dirreewwan - Lakkoofsa fuulaa fili.

Sajoo Qaxxee

Barruu "Page number" jedhu bakka lakkoofsaa yoo agarte, Mul'annoo - Dirree Maqaaleefili.


Haa ta'u malee, yommuu barruu dabaltuu ykn haqxuu dirreewwan kunnen iddoo jijjiiru. Kanaafuu fuula dirree lakkoofsaa mataduree ykn jaantoo keessaati kan iddoo walfakkaataa qabanii fi kan fuula kamiyyu irraati irra deebi'aman saaguun gaaridha.

Choose Insert - Header and Footer - Header - (name of page style) or Insert - Header and Footer - Footer - (name of page style) to add a header or footer to all pages with the current page style.

Fuula lakkoofsaa hiikame waliin eegaluu

Amma lakkoofsota fuulaa irraati to'aannaa dabalata barbaadda. Galmee barruu fuula 12 irraa eegalu irrati barreessaa jirta.

  1. Galmee kee keessaati keeyyata tokkoffaa irratti cuqaasi

  2. Dhangii - Keeyyata - Yaa'a Barruufili.

  3. Iddoo qurxinsaa keessati, Saagii dandeessisi. Lakkoofsa fuulaa lakkoofsa haaraa akka qindeessu gochuuf Haalata Fuula Waliin danddeessisi. TOLEE cuqaasi.

Sajoo Yaaddannoo

lakkoofsi fuulaa haaraan amala fuula keeyyaata tokkoffaati.


Haalata lakkoofsaa fuulaa dhangeessuu

Lakkoofsota fuulaa Roomaa i, ii, iii, iv, fi k.k.f tarreeffaman barbaadda.

  1. Dirree fuula lakkoofsaa dura sirriin yeroo lama cuqaasi. Qaaqa Dirreewwan Gulaala ni ilaalta.

  2. Dhangii lakkoofsaa filuun TOLEE cuqaasi.

Haalaawwan lakkoofsa fuulaa adda addaa fayyadamuu

Fuuloota haalata lakkaawwii warra Roomaan barreefamani, kanneen hafan haalata birootin kan barreeffaman si barbaachiisa.

Barreessaa Keessatti, haalatawwan Fuula adda addaa si barbaachiisa. Haalatni fuula tokkoffaa jaalantoo lakkoofsota roomaniitif dirree fuula lakkoofsatin dhanga'ee of keessaa qaba. Haalatni fuulaa itti aanuu jaalantoo dirree fuula lakkoofsatin dhangeeffame of keessaa qaba.

Haalataaleen fuula lameenu qurxinsa fuulatin adda bahuu qabu. Barreessaa Keessatti, qurxisawwan fuulaa ofumaani fi qurxisawwan fuulaa hujekaan saagaman qabaachuu ni dandeessa.

Wanti gaarii jettu galmee kee irraati hunda'a: qurxiinsa fuulaa haalatawwan fuulaa jidduu hujeekaan saagaman fayyadamuuf, ykn ofiin jijjiiraa fayyadamuuf, fuula mata duree haalata fuuloota biroo irraa adda ta'e tokko yoo barbaadde, mala ofumaan fayyadamuu ni dandeessa.

Fuula tokkoffaadhaf haalataalee fuulaa adda addaa fayyadamuuf

  1. Galmee kee keessaati fuula tokkoffaa irratti cuqaasi.

  2. Choose View - Styles.

  3. In the Styles window, click the Page Styles icon.

  4. Haalata "First Page" yeroo lama cuqaasi.

Amma fuulli mata duree keetii haalata "First Page" qaba, akkasumas fuulootnii itti aanan ofumaan haalata "default" qabu.

You can now for example insert a footer for the "Default" page style only, or insert footers in both page styles, but with differently formatted page number fields.

Jijjirama haalataa fuulaa hujeekaan saagaman fayyadamuuf

  1. Gubbaa fuula iddoo jalqabbii keeyyata iddoo haalatni fuulaa adda addaa itti fayyadamamee cuqaasi.

  2. Saagii - qurxinsa hujeekaa fili. Qaaqa Qurxiinsa Saagii ilaalta.

  3. Tarree sanduuqaa haalataa keessatti, haalata fuulaa fili. Fuula lakkoofsa haaraas qindeesuu dandeessa. TOLE cuqaasi.

Haalatni fuula filamee keeyyata ammee irraa eegalee hanga qurxinsa itti aanuti haalataan fayyadama. Haalata fuula jalqabaa haaraa uumuu danda'uu qabda.

Lakkoofsota Fuulaa Jalaantoo keessatti Saaguu

Waa'ee Irraantotaa fi Jalaantotaa

Fuulota Guutuu fi Mangoo irratti Akkaataa Fuula Garagaltuu

Fuula Ammaa irratti Hundaa'uun Akkaataa Fuula uumuu

Maqaa fi Lakkoofsa Boqoonnaa olaantoo ykn Gadaantoo Keessaatti Saaguun

Jalaantota ykn olaantota Dhangeessuu