Fuula Duubee Jijjiiruu

LibreOfficenin fuula duubee galmee keessaa ifteessuuf haalata fuula fayyadama. Fakkeenyaaf, duubee fuula tokko ykn isaa olii galmee keessaa gara saxaatoo golgolaa'aati jijjiruf, haalata fuula duubee saxaatoo golgolaa'aa uumuu sii barbaachisa fi itti aansuudhaan fuulawwaniif haalata fuula fayyadami.

Fuula Duubee Jijjiiruuf

  1. Choose View - Styles.

  2. SajooHaalataalee Fuulaa cuqaasi.

  3. Haalataalee fuulaa tarreefaman keessatti, wanta irratti cuqaasa mirgaamirga cuqaasi, fi achumaan Haaraa filadhu.

  4. Qindeessaa Caancala fuulaa irratti, haalata fuulichaafMaqaa sanduuqa keessatti barreessiif.

  5. Saanduuqa Haalata Itti Aanuu keessaa, haalata fuulaa kan fuula itti aanuuf fayyadamuu barbaadu fili.

  1. Caancala Duubee cuqaasi.

  2. Sanduqa tarree gubbaa keessatti, halluu jajjabee ykn saxaatoo barbaachuu kee fili.Sana booda dirqalaalee kee cancala fuulaa keessaa fili.

  3. TOLEE cuqaasi.

Fuula Duubee fuulawwan galmee keessa jiranii hundaa jijjiiruf

Jalqabuukeetiin dura, haalata fuulaa duubee fuulaa fayyadamu uumuu kee mirkaneessi. Fuula Duubee bal'inaan Jijjiiruf ilaali.

  1. Choose View - Styles.

  2. SajooHaalataalee Fuulaa cuqaasi.

  3. Haalata fuula duubee fuulatif fayyadamu barbaadu yeroo lama cuqaasi.

Galmee Walfakkatuu keessaati duubeewwan fuulaa adda addaa fayyadamuuf

Jalqabuukeetiin dura, haalata fuulaa duubee fuulaa fayyadamu uumuu kee mirkaneessi. Fuula Duubee bal'inaan Jijjiiruf ilaali.

  1. Fuuldura arfii tokkoffaa keeyyata iddoo fuula duubee jijjiiru barbaadu irratti cuqaasi.

  2. Saaguu-Qurxinsa hujeekaa.

  3. Qurxinsa fuulaafiladhu.

  4. Saanduuqa Haalata keessaa, haalata fuulaa fuula duubeetti fayyadamu fili.

  1. TOLEE cuqaasi.

Page Watermark

Insert a watermark text in the current page style background.

Waa'ee Irraantotaa fi Jalaantotaa

Fuula Ammaa irratti Hundaa'uun Akkaataa Fuula uumuu

Maqaa fi Lakkoofsa Boqoonnaa olaantoo ykn Gadaantoo Keessaatti Saaguun

Jalaantota ykn olaantota Dhangeessuu