bookmark_value>

Qurxinsa fuulaa saaguu fi haquu

Qurxinsa fuulaa hujekaa saaguuf

  1. Iddoo fuula haraa eegaluu barbaaduti galmee kee keessa cuqaasi.

  2. Ctrl+Enter dhiibi.

Qurxinsa fuulaa hujekaa haquuf

  1. Arfii jalqaba fuulichaarratti qurxiinsa fuulaa hujeekaa hordofee dhufu fuulduratti cuqaasi.

  2. Duubxoolaa Dhiibi

Qurxiinsa fuulaa hujeekaa gabatee fulduratti uumamu haquuf

  1. Gabatee keessa qabdoo mirgaa cuqaasi, sana booda Gabatee fili.

  2. Caancala Yaa'insa Barruu cuqaasi.

  3. Saanduqa filannoo qurxinsaa qulqulleessi.

Lakkoofsota fuulaa

Qaaqaa qurxinsaa Saagi