Lakkaawwii Tarree Lakkaawwii Keessati Foyyeessi

Keeyyata tarree lakkaawwamee keessaa lakkaawwii haquu dandeessaa ykn lakkoofsa lakkaawwame jijjirii

Sajoo Qaxxee

If you want numbered headings, use the Tools - Chapter Numbering menu command to assign a numbering to a paragraph style. Do not use the Numbering icon on the Formatting toolbar.


Keeyyata tarree lakkoofsaa keessa jiru irraa lakkoofsa haquuf:

  1. Lakkaawwii biraa haquuf, arfii jalqaba keeyyatichaa duratti cuqaasi.

  2. Kan kaanan gadii keessaa tokko hojeedhu:

Lakkoofsa tarreen lakkoofsaa ittiin jalqabu jijjiiruf:

  1. Tarree lakkoofsaa keessaa bakka barbaaddu cuqaasi.

  2. Dhangii - rasaasotaa fi lakkaawwii fili, itti aansuudhan Dirqalaalee caancalaa cuqaasi.

  3. Enter the number you want the list to start with in the Start at box.

  4. TOLEE cuqaasi.

Lakkaawwii fi Akkaataalee Lakkaawwii

Rasaasaawwan Ida'uu

Lakkaawwii Ida'uu

Keewwatoota Kophaaf rasaasaalee fi Lakkaawwii dhaamsuu

Qabiiwwan Fayadamu

Hangiiwwan Lakkoofsa Hiiki

Wiki page about numbering paragraphs by styles