Furtuuwwan qaxxamuraa(Barreeessaa LibreOffice Saaqqatinaa)

Sajoo Yaaddannoo

Furtuuleen qaxxaamura tokko tokkoo sirna minjaalee keef ramadame. Furtuuleen sirna minjaaleetiif ramadaman LibreOffice tiif hin argaman. Furtuulee adda addaa LibreOffice Meeshaalee - Maamileesi - Minjaalee, ykn sirna minjaalee keessatiif ramaduuf yaali.


Baafata banuuf furtuwwan +<underlined character> dhiibi. Bafata banamee keessaa, ajaja kaasuuf arfilee jala muraman dhiibi. Fakkeenyaaf, +I dhiibi, baafata Saagii banuuf, itti aansuudhan gabatee galchuuf T dhiibuu

Bafata halqara banuuf, Shift+F10 dhiibi. Bafata halqara cufuuf Esc dhiibi.

Kutaalee Saaguu

  1. Kabalameeshaa Saagii banuuf Mul'annoo - Kabalameeshaalee - Saagii fili.

  2. Hanga xiyyeeffannoon kabalameeshaa Saagii irraa ta'uti F6 dhiibi.

  3. hanga sajoon Kutaa filamutti xiyyaa furtuu mirgaa dhiibi.

  4. Furtuu xiyyaa gadaanu dhiibi, fi itti aansudhan dagalee kutaa saaguu barbaadu qindeessuf xiyyaa furtuu mirgaa dhiibi.

  5. Galchii Dhiibi.

  6. Qaree galmee keessa ka'uuf F6 dhiibi.

Barruu Gabatee Saaguu

  1. Hanga xiyyeeffannoon kabalameeshaa Waltawaa irraa ta'uti F6 dhiibi.

  2. hanga sajoon Gabatee filamutti xiyyaa furtuu mirgaa dhiibi.

  3. Furtuu xiyyaa gadaanu dhiibi, fi itti aansudhan gabatee keessati dabaluuf lakkoofsa tarreewwanii fi tarjawwanii filuuf furtuu xiyyaa fayyadami.

  4. Galchii Dhiibi.

  5. Qaree galmee keessa ka'uuf F6 dhiibi.

Qaxxaamuroota (LibreOffice Gaheenya)

Barreessaaf qaxxaamura furtuulee LibreOffice