Tarreewwan lakkaawwame makuu

Tarreewwan lakkaawwame tarree lakkaawwame qeenxee walitti aanan keessaati makuu ni dandeessa.

Tarreewwan waliti aanani lakkaawaman makuuf:

  1. Keeyyata tarreewwan keessaa jiran hunda fili.

  2. Kabala Dhangeessuu irraati, sajoo Lakkaawwii Banuu/Dhamsuu si'a lama cuqaasi.

Tarree lakkaawwame keeyyata waliti hin aaneef uumuuf:

  1. Ctrl gadi qabachuun fillannoo keeyyata lakkaawwame tokkoffaa keessati harkisi. Arfii tokko qofa filutu siraa eegama.

  2. Ctrl gadi qabachuu itti fufuun, fi tokkon tokkoo filannoo keeyyata lakkaawame keessaa tarree makuuf babaadu harkisi.

  3. Kabala Dhangeessuu irraati, sajoo Lakkaawwii Banuu/Dhamsuu si'a lama cuqaasi.

Lakkaawwii fi Akkaataalee Lakkaawwii

Rasaasaawwan Ida'uu

Lakkaawwii Ida'uu

Keewwatoota Kophaaf rasaasaalee fi Lakkaawwii dhaamsuu

Qabiiwwan Fayadamu

Hangiiwwan Lakkoofsa Hiiki