Calaqqee Ka'e Saaguu

Suura ka'e saaguuf, kaastuun sirna keetitti walqabachuun qaba akkasumas ooftuun mosajjii kaastuu ijaaramuu qaba.

  1. Galmee keessa bakka suura ka'e itti saaguu barbaaddu cuqaasi.

  2. Choose Insert - Media - Scan, and choose the scanning source from the submenu.

  3. Ajajawwan kaasuu hordofi.

Saxaatoo Saaguu

Faayilii irraa saxaatoo saaguu

Saxaatoo Kuusaa Faayaa Harkisuu-fi-Kaa'uu waliinii irraa Saaguu

Saxaatoota fakkaasa ykn maxxansa LibreOffice irraa saaguu

Galmee Barruu keessatti Taattoo Calc Saaguu

Wantoota Saxaatoo Gulaaluu