Saxaatoota fakkaasa ykn maxxansa LibreOffice irraa saaguu

  1. Galmee keessa bakka wanta itti saaguu barbaaddu bani.

  2. Galmee fakkasaa ykn maxxansaa kan wanta garagalchuu barbaaddu of keessaa qabu bani.

  3. Ctrl gadi dhibuun yeroo muraasaf wanta cuqaasii turi.

  4. Galme bakka wanta itti saaguu barbaaddutti harkisi.

Saxaatoo Saaguu

Faayilii irraa saxaatoo saaguu

Saxaatoo Kuusaa Faayaa Harkisuu-fi-Kaa'uu waliinii irraa Saaguu

Calaqqee Ka'e Saaguu

Galmee Barruu keessatti Taattoo Calc Saaguu

Wantoota Saxaatoo Gulaaluu