Faayilii irraa saxaatoo saaguu

  1. Galmee keessa bakka saxaatoo itti saaguu barbaaddu cuqaasi.

  2. Choose Insert - Image - From File.

  3. Faayilii saxaatoo saaguu barbaadde iddoo qabsiisii, sana booda Bani cuqaasi.

Durtiin, saxaatoon saagame keewwata keessatti cuqaastee olitti argama.

Saxaatoo Saaguu

Saxaatoo Kuusaa Faayaa Harkisuu-fi-Kaa'uu waliinii irraa Saaguu

Calaqqee Ka'e Saaguu

Saxaatoota fakkaasa ykn maxxansa LibreOffice irraa saaguu

Galmee Barruu keessatti Taattoo Calc Saaguu