Galchiiwwan Kasaa ykn Gabatee Qabiyyeewwanii Hiikuu

Galchiiwwan Kasaa Hiikuu

  1. Jecha cuqaasi, ykn jechoota akka galchii kasaatti fayyadamuu barbaadde galmee kee keessaa fili.

  2. Choose Insert - Table of Contents and Index - Index Entry, and do one of the following:

Galchiiwwan Gabatee Qabiyyeewwanii Hiikuu

Gabatee qabiyeewwanii uumuuf karaa filatamaan akkaataalee keewwata mataduree durmurtaawoo, kan akka "Mataduree 1", gara keewwatawwan gabatee qabiyyeewwanii keessatti qabachuu barbaadde irratti fayyadami.

Akkaataa keewwata maamiloo akka gabatee galchii qabiyyeewwaniitti fayyadmuuf:

  1. Choose Tools - Chapter Numbering and click the Numbering tab.

  2. Akkaataa keewwata gabatee qabiyyeewwanii kee keessatti dabaluu barbaaddu kan Akkaataa Keewwata keessa jiru fili.

  3. Tarree Sadarkaa keessaa, sadarkaa sadarkaawa akkaataa keewwataa itti hojjachuu barbaaddu cuqaasi.

  4. Tolee cuqaasi. Amma akkaataa matadureewwan galmee kee keessatti fayyadamuun gabatee qabiiyyeewwanii kee keessatti isaan dabaluu dandeessa.

Gabatee Qabiiyyeewwanii Uumuu

Haaressuu, kasaawwan fi gabatee qabiiyyeewwanii Gulaaluu fi Haquu

Kasaa ykn Gabatee Qabiyyeewwanii Dhangeessuu

Galchiiwwan Kasaa fi Gabatee Gulaaluu ykn Haquu

Kasaawwan Tartiiba qubeen Uumuu

Kasaawwan Hiika-Fayyadamaa

Tarrobarroo Uumuu

Kasaawwan Galmeewwan Hedduu Kabeebsan