Galchiiwwan Kasaa fi Gabatee Gulaaluu ykn Haquu

Galchiiwwan kasaa galmee kee keessatti akka dirreetti saagamu. Dirreewwan galmee kee keessaa ilaaluuf, Mul'annoo fili sana booda gaaddiddeessaa Dirree akka filatame mirkaneessi.

  1. Qaree hatattamaan fuuldura galchii kasaa galmee kee keessa irra kaa'i.

  2. Choose Edit - Reference - Index Entry..., and do one of the following:

Galmee kee keessatti galchiiwwan kasaa keessa marsiyyuf, xiyyawwan itti aanaan ykn durii qaaqa Galchii Kasaa Gulaali keessaa cuqaasi.

Gabatee Qabiiyyeewwanii Uumuu

Galchiiwwan Kasaa ykn Gabatee Qabiyyeewwanii Hiikuu

Haaressuu, kasaawwan fi gabatee qabiiyyeewwanii Gulaaluu fi Haquu

Kasaa ykn Gabatee Qabiyyeewwanii Dhangeessuu

Kasaawwan Tartiiba qubeen Uumuu

Kasaawwan Hiika-Fayyadamaa

Tarrobarroo Uumuu

Kasaawwan Galmeewwan Hedduu Kabeebsan