Jalaantota ykn olaantota Dhangeessuu

Barruu olaantoo ykn gadaantoo keessa dhangeessuu Kallattiin fayyadamuu dandeessa.Akkasumas addaan fageenya barruu goodayya olaantoo ykn gadaantoo waliin wal bira qabuun mijeessuu dandeessa ykn handaara olaantoo ykn gadaantoof fayyadami.

  1. Dhangii - Fuulaa filun fi caancala Irraantoo ykn caancala Jalaantoo .

  2. Dirqalaalee addaan fageenyaa itti fayyadamu barbaaddu qindeessi.

  3. Olaantoo fi jalaantoof handaara ykn gaddiidduu dabaluuf,Dabalata cuqaasi. Qaaqni Handara/Duubbee ni banama.

Waa'ee Irraantotaa fi Jalaantotaa

Fuula Ammaa irratti Hundaa'uun Akkaataa Fuula uumuu

Olaantoota fi Jalaantoota Gara Garaa Hiikuun

Maqaa fi Lakkoofsa Boqoonnaa olaantoo ykn Gadaantoo Keessaatti Saaguun