Maqaa fi Lakkoofsa Boqoonnaa olaantoo ykn Gadaantoo Keessaatti Saaguun

Before you can insert chapter information into a header or footer, you must first set the chapter numbering options for the paragraph style that you want to use for chapter titles.

Mataa dureewwan boqonnaf akkataa keewwata uumuuf

  1. Choose Tools - Chapter Numbering.

  2. SanduuqaHaalata keessatti, mata dureewwan boqonnaaf akkaataalee kewwataa fayyadamuu barbaaddu fili, fakkeenyaaf, "Mata duree 1".

  3. Mata dureewwaniif akkaataalee lakkaawwii SanduuqaLakkoofsa keessa fili, fakkeenyaaf, "1,2,3...".

  4. Sanduuqa Dura keessatti "Boqonnaa" ispeesii hordofsiisuun.

  5. Sanduuqa Booda keessa ispeesii galchi.

  6. TOLEE cuqaasi.

Maqaa fi lakkoofsa boqoonnaa olaantoo ykn gadaantoo keessaatti saaguuf

  1. Akkaataa kewwata galmee kee keessatti kan olaantoo boqonnaaf hiikte fayyadami.

  2. Choose Insert - Header and Footer - Header or Insert - Header and Footer - Footer, and then select the page style for the current page from the submenu.

  3. Olaantoo ykn gadaantoo keessa cuqaasi.

  4. Saagi - Dirreewwan - Kabiroo fili, kana booda caancala Dalagalee cuqaasi.

  1. Tarree Akaakuu keessaa "Boqonnaa" fi tarree Dhangii keessaa "Maqaa fi lakkoofsa boqonnaa" cuqaasi.

  2. Saagii cuqaasi itti aansuun Cufi keessa cuqaasi.

Olaantoon tokko tokkoo fuulaa kan akkaataa fuulaa ammee fayyadamu ofumaan maqaa fi lakkoofsa boqonnaa agarsiisa.

Waa'ee Irraantotaa fi Jalaantotaa

Fuula Ammaa irratti Hundaa'uun Akkaataa Fuula uumuu

Olaantoota fi Jalaantoota Gara Garaa Hiikuun

Jalaantota ykn olaantota Dhangeessuu