Galmee Hundataa fi Gariigalmeewwan waliin Hojjeechuu

Galmee Hundataa galmeewwan guddaa akka taliigduu sii heeyyama, jechuun kitaabota boqonnaalee baay'ee qaban. Galmeen hundataa akka meeshaa wanta matayyaa fayiilii barreessaf LibreOffice qabatuutti ilaalama. Tokko tokkoo faayiliiwwanii gariin galmeewwanii jedhamu.

Galmeewwaan Hundataa uumuuf

  1. Kan kaanan gadii keessaa tokko hojeedhu:

  1. Yoo galmee hundataa haaraa uumtu, galiinsi jalqabaa naanneessaa galfata Barruu ta'uu qaba. Seensa barreessi yookin barruu ta'e galchi. Kunis erga akkaataalee duraan kan galmee hundataa keessa jiran akka gulaalamee kan mirkaneessu dha, yommuu gariin galmee ilaaltu akkaataalee jijjiiramee argita.

  2. Galmeewwan hundataaf Naanna'aa keessatti (ofumaan banuu qaba, yookin immoo banuuf F5 dhiibi), sajoo Insert cuqaasun qabuun turi, kan armaan gadii keessa tokko rawwadhu:

  1. Faayilii - Olkaa'i fili.

Galmeewwaan Hundataa gulaaluuf

Galmee hundataa keessatti gariin galmeewwanii qiqindeessu fi gulaaluuf Naanneessaa fayyadami.

Icon

Kasaa galmee hundataa keessaa foyyeessuuf, kasaa naanneessaa keessaa fili, itti aansuun sajooFoyyeessi keessa cuqaasi.

Sajoo Yaaddannoo

Yommuu wantoota bifa godayyaa ykn fakkiitiin gara galmee hundataatti saagdu, "gara fuulaatti" wantoota hin korkoddeessin. Bakka kana korkoddii kan fuula cancaalaa Dhangi'i - (akaakuu wanta) - Akaakuu irraa "gara kewwatatti" jedhu qindeessi, itti aansuun teessoo wanta "fuulaa hundumaa" kan sanduuqota tarree Surdaala fi sarjaa keessatti argamu waliin wal bira qabun qindeessi.


Tokko tokkoo gariin galmee Fuula Haaraa irraatti eegaluuf

  1. Tokko tokkoon gariin galmee mata duree akkaataa kewwata walfakkaataa akka fayyadamu mirkaneessi, fakkeenyaaf "Mata duree 1".

  2. In the master document, choose View - Styles, and click the Paragraph Styles icon.

  3. "Mata duree 1" keessa mirga cuqaasun fi Fooyyessi fili.

  4. Caancalee Yaa'insa Barruu cuqaasi.

  5. Naannoo Citaa , Saagi fili, itti aansuun“Page” kan sanduuqaType keesaa fili.

  6. Yoo tokko tokkoo gariin galmee fuula qara irraa akka eegaluuf barbaadde, akkaataa fuulaa waliin fili, sanduuqa "Fuula mirgaa" keessaa fili.

  7. TOLEE cuqaasi.

Akka galmee barruutti galmee hundataa alatti baasuuf LibreOffice

  1. Faayilii - Alergii fili.

  2. Tarree Dhangi'i faayilii keessatti,galmee barruudhangi'i faayilii filun fiAlergii keessa cuqaasi.

Sajoo Yaaddannoo

Akka kutaawwanitti gariin galmeewwanii alergama. kutaalee eeguu dhiisuu fi haquuf Dhangi'i - Kutaalee fayyadami, yoo galmee barruu diriiraa kan kutaalee malee jiru barbaaddeef.