Miiljaloota Addaan Fageessuu
Yoo addaan fageenya barruu miiljalee fi ibsoota dabalataa dabaluu barbaaddee,akkaataalee keeyyataatti handaara gararraa fi handaara gejjellaa dabaluu dandeessa.
-
Miiljalee ykn ibsa dabalataa keessa cuqaasi.
-
Choose View - Styles.
-
akkataalee keeyyataa foyyeessuu barbaadddu mirga cuqaasi,fakkeenyaaf,"Miiljalee", fi Foyyeessi fili.
-
Caancala Handaarotaa cuqaasi.
-
Naannoo
keessaa, sajoo cuqaasi. -
Naannoo
keesaa, sarara tarree keessatti cuqaasi. -
Saanduqa keessaa
"Adii" jedhu filadhu. Yoo duubbeen fuulaa adii ta'in hafe, halluu duubbeetti baay'ee dhiyaatu filadhu. -
In the Padding area, clear the Synchronize check box.
-
Gatii saanduqoota
fi keessatti galchi. -
TOLEE cuqaasi.