Miiljalee ykn Ibsa Dabalataa Gulaaluu fi Saaguu

Miiljaleen odeeffannoo dabalata matadureewwan fuulaa gadii jiran wabii kenna fi ibsi dabalataa odeeffannoo dhumaa galmeekee irra jiran wabii kenna. LibreOffice'n ofumaaan miiljalee fi ibsa dabalataaf lakkoofsa kenna.

Miiljalee ykn ibsa dabalataa saaguuf

  1. Galmeekee keessa iddoo itti korkoddii yadannoo kaa'uu barbaaddu cuqaasi.

  2. Choose Saagi - Miiljalee/Ibsadabalataa.

  3. Naannoo Lakkaawwii keessaa, dhangii fayyadamuu barbaadde filadhu. Yoo Arfii filatte, qabduu sakatta'ii cuqaasi (...) fi arfii miiljaleef fayyadamuu barbaadde filadhu.

  4. Naannoo Akaakuu keessaa, filadhu Miiljalee ykn Ibsadabalataa.

  5. TOLEE cuqaasi.

  6. Yadannoo barreessi.

Sajoo

Akkasumaas saajooMiiljalee Kallattiin Saaguu kan kamshaala Saagi irra jiruu cuqaasuun miiljalee saaguu dandeessa.

Miiljalee ykn ibsa dabalataa Gulaaluu

Miiljaloota Addaan Fageessuu