Lakkoofsota Fuulaa Jalaantoo keessatti Saaguu
Dirree lakkoofsa fuulaa salphaatti jalaantoo galmee kee keessa saaguu dandeessa. Itti dabaltees lakkaawwii fuulaa jalaantootti ida'uu dandeessa, fakkeenyaaf, akka unka "fuula 9 kan 12" tti.
Lakkoofsa Fuulaa Saaguuf
-
Choose Insert - Header and Footer - Footer and select the page style that you want to add the footer to.
-
Saagi - Dirreewwan - Lakkoofsa Fuulaa fili.
Yoo barbaaddee, akka barruu keessatti raawwattee lakkoofsa fuulaa dirree hiriirsuu dandeessa.
Lakkaawwii fuulaa dabalataan ida'uu
-
Fuldura dirree lakkoofsa fuulaatti cuqaasuun Fuula barreessi, dirree booda cuqaasi, ispeesii galchuun of barreessi.
-
Saagi - Dirreewwan - Lakkoofsa Fuulaa fili.