Dirreewwan Naqaa Ida'uu

Dirreen naqaa qaama isa ati galmee keessatti qaaqa bantee waanta barreessite gulaaluuf cuqaastuudha.

  1. Saagi - Dirreewwan - Kabiroo fili, kana booda caancala Dalagalee cuqaasi.

  2. Kan cuqaastu “Dirree naqamaa” tarree Akaakuu keessaati.

  3. Isa Saagi cuqaasuunii fi jijjiiramaadhaaf barruu katabi.

  4. TOLEE cuqaasi.

Sajoo Qaxxee

Galmee irratti dirreewwan naqa gulaaluf hatataaman banuf, Ctrl+Shift+F9 dhibii.


Waa'ee Dirreewwanii